Rakkoo Baqannaa Itiyoophiyaa - Voice of America
Rakkoo Baqannaa Itiyoophiyaa - Voice of America
        <language>om</language>
Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u
Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 
            <description>"Waraanni Tigraay maqaa DDAR jedhuun akka diigamuu ta’aa jira, gareen Hiwaat kan Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eliin durfamu, himatee jira.
 Gareen Adda Bilisummaa Ummata  Tigraay kan  Dr. Dabra Tsiyoon Gabra Mikaa’eliin durfamu, hoggantoonni bulchiinsa yeroo kan naannoo Tigraay, maqaa hidhattoota hidhannoo hiikkachuu fi walitti makamuun jedhuun gaaffii bu’uuraa Tigraay osoo hin deebisin qabsaa’onni duraanii, kan isaan Waraana Tigraay jedhanii waaman, diigamaa jiru jechuun himate...</description>
Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 
            <description>Torban darbee keessa muummichii ministiraa Mootummaa Ityoophiyaa Abiy Ahimad hoggantootaa mootummaa yeroo kan naanoo Tigraay, akkasumas hogantoota qaamoolee nageenyaa naanichaa wajjin marii taasisan ilaalchisuudhaan ibsaa kan kennan gareewwan ABUT wal irrati himannaa dhiheesa jiru.
Gareen dokteer Debretsiyoon Gebremikaa’elin hogganamuu ibssa guyya dheengada baaseen , hoggantoonni ABUT mootummaa naannoo keessa jiran hojii gantummaa raawwtaniiru jechuudhaan himatee jira.
 Marii...</description>
Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 
            <description>Kibxata darbe jechuun Fulbaana 14 bara 2017 akka lakkoobsa Itiyoopiyaatti boordiin filannoo beekkannaa kan hin kenninee fi kan falmii kaasise gumii hoogganoota ABUT irratti kanneen hirmaatan hoogganoonni ABUT ibsa baasaniin, humnoonni nageena naannichaa bulchiisa yerootiin hoogganamuu hin qabu jechuu dhaan ibsa kaabinee kan bulchiinsichaa mormanii jiru.
Bulchiinsichi yeroo humnootii nageenya naannoo jechuun kan waamuu, hoogganoonni ABUT immoo raayyaa waraana tigraay jechuun ibsu....</description>
Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate
            <description>Bulchiinsi Naannoo Yeroo kan Tigraay hoggansi ABUT bulchiinsa isaa irratti fonqolcha geggeessuuf shire jechuun Himate. Ibsa maqaa “Koree Giddugaleessa ABUT” jedhuun Roobii darbe baaseen, bulchiinsi Naannoo Yeroo kan Tigraay, hooggantoonni ABUT mootummaa naannichaa diiguuf hojjechaa akka jiran himatee jira.
Oduun kun kan dhaga’ame Koreen Giddu-galeessaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay kan kora 14ffaa falmisiisaa ta’eem filatame, Geetaachoo Redaa fi namoota siyaasaa ABUT michuu ta’an biroo...</description>
Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan
            <description>Paartileen siyaasaa mormitootaa afur kanneen naannoo Tigraay keessa socho’an hiriira itti gaafatamaan nageenyaa naannichaa ugguran cimsanii qeeqan. Har’a magaalaa Maqalee keessatti gaazexeessitootaaf ibsa gamtaan kan ennan bakka bu’oonni Paartii Walabummaa Tigraay, Salsaay Weeyyaanee, Kongiresii Biyyoolessaa Tigraay Guddittii fi paartii Areenaa Tigraay murtee kana heera mootummaa kan faallessu jechuun qeeqaniiru.
Fulbaana 10, 2024, itti aanaan bulchaa blchiinsa yeroo fi itti gaafatamaan...</description>
Debretsiyoon Gabremikaa’el: Obbo Geetaachoo Raddaa Paartii Isaaniin Ergamanii Hoogganoota Ertiraa Quunnamuu Quban Qaba  
            <description>Dura taa’aan ABUT, Dr. Debretsiyoon Gerbrmikaa’eel, prezidaantin bulchiinsa yeroo obbo Geetaachoo Reddaa paartii isaaniitiin ergamanii ji’a ja’a dura hoogganoota Eertraa waliin marii geggeessuu isaanii ibsaniiru. Mariin sun geggeessamuu isaa muummichi ministeeraa Abiy Ahimed quba qabu kan jedhan Dr. Debretsiyoon, mariiwwan itti dabalaa geggeessamuu isaa dubbataniiru.
Dhimma kana irratti mootummaa federaalaa fi hoogganoota bulchiinsa yeroo biraa deebii argachuuf yaaliin ta’e hin...</description>
Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira
            <description>Jiraattota magaalaalee naannoo Tigiraay waliin marii taasisuu kan jalqaban prezidaantiin yeroo kan naannichaa Geetaachoo Raddaa, mariin sun hanqina bulchiinsichi qabu sirreessee, dhimmoota gaarii ta’an immoo itti fufsiisuufi jechuun dubataniiru. Hooggana isaanii irrattis maqa balleessiin akka taasifamaa jiru dubbatan.
Gumii dhiyeenya taasifameen itti aanaa dura taa’aa ABUT ta’uun kan filataman himannaa obbo Geetaachoo kana haalaniiru.
Paartiin Arreenaa gama isatin waldhabdeen  ABUT...</description>
Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe
            <description>Waldhabdee fedhii aangoo hooggantoota dhaaba adda bilisa baasaa uummata Tigiraay gidduutti uumamee jiruunis hojii koo haala danda’amuun hojjechuu hin dandeenye jedheera. Ibsa uummata Tigiraayiif jedhee baase kana keessattis “ Yeroo mirgi uummanni Tigiraay ofiin akka of bulchu kabajamuuf hojiin bal’aan hojjetamaa jirutti Gareen yaa’ii seera qabeessa hin taane gaggeesse Tigiraay seer maaleessa akka taatu hojjechaa jiras jedheera.
Dhaabni adda bilisa baasaa uummata Tigiraay kan Dr....</description>
Lafawwan Naannoo Caasaa Bulchiisaa Ijaaruuf Qajeelchi Lafa Kaa’amuun Ibsame  
            <description>Naannoo Amhaaraa fi Tigiraayiin bakkoota anaaf ta’a jechuun falmiin irratti ka’u keessatti rakkoowwan jiranitti furmaata waaraa keennuuf koreen akka biyyaatti dhaabbateeru ibsa kenneen bakkoota kanneenitti caasaa bulchiinsaa ariifachiisaan ijaaruuf kallattiin kaa’amuu ibseera.
Koreen akka biyyaleessatti hundaa’eeru gaafa Hagayya 6 bara 2016 ibsa baaseen fi ibsi isaas miidayaalee Mootummaan hoogganamaaniin tamsa’eeru bakkaoota falmisiisoo naannoon Amahaaraa fi Tigiraay anaaf ta’a jechuun...</description>
Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan
            <description>Dura taa’aan dhaaba Adda bilisa baasaa Uummata Tigiraay Debiretsiyoon Gebire Mikaa’eel dhaabichi akka fayyuu fi kufaatii hooggansaa isa mudatee jiruuf yaa’ii taasiisuun barbaachiisadha jedhan. Itti aanaa dura ta’aa dhaaba adda bilisa baasaa uummata Tigiraay Geetachoo Raddaa dabalatee miseensonni koree gidduu galeessaa 14 irratti hin hirmaannu kan jedhan yaa’iin walii galaa 14ffaa dhaabichaa guyyaa boorii Kibxata Hagayya 7 bara 2016 magaalaa Maqaleetti taa’amuuf jira. Dhaabichi fuula miidiyaa...</description>
Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 
            <description>Prezidaantiin bulchiinsa yeroo kan naannoo Tigraai fi itti anaa dura taa’aa ABUT kan ta’an obbo Geetacheewu Raddaa Yaa’ii waligalaa paatichaa taasifamuuf karoorfame irratti akka hin hirmaanne beeksisaniiru.
Obbo Geetaachoon dhimmaa kana irratti xalaayaa barreesan, dura taa’aa ABUT Dr. Debretsion Gebremikaa’elii fi dura taa’aa komishiinii Too’annoo partichaa obbo Tekilebirhaan Ar’ayaatiif dhiheesuun isaanii ibsameera. Xalayaan obbo Geetaacheewu akka isaan qaqabesi obbo Tekleberhaan Ar’ayaa...</description>
Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame
            <description>Naannoo Tigiraay magaalaa Maqaleetti guyyoota lamaaf mariin dhaabollii siyaasaa , hayyotaa fi dhaabbilee siivikii hirmaachise kan qopheessummaa bulchiinsa yeroo naannichaan haala bulchiinsa siyaasaa nannichaa irratti taasifameera. Itti aanaan pireezidaantii bulchiinsa yeroo naannoo Tigiraay Leteenaat Janeraal Tsaadiqaan Gebire Tinsaa’ee marii kanarratti rakkooleen naannoo Tigiraay keessa amma jiran dhaaba siyaasaa tokko qofaan kan furmaata argatan miti jedhaan. Itti dabaluunis rakkooleen nu...</description>
Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan
            <description>Hoggantoonni Paartii Saalsaay weyan Tigraay, Bayitoo Biyyaalesaa Abay Tigraay fi Wudib Natsanet Tigraay guyyaa har’aa ibsa kennaniin, mootummaa feedewraalaa dhimmaa Paartii tokkoo akka dhimmaa ummata naanichaa godhee fudhaachuu hin qabuu jedhaniiru.
Dura taa’a paartii Salsayi weyan kan ta’an obbo Aluula Hayiluu, wal dhiibbaan taayitaadhaaf taasifamuu ummataa Tigraay fi naanichaa miidhuu danda’a jedhaniiru.
Itti aanaa dura taa’an Paartii Baayitoonaa obbo Yoseef Berehe, gama isaaniitiin,...</description>
Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru
            <description>Aanaa Raayyaa Alaamaaxaa fi magaalaa Alaamaaxaa irraa buqa’anii magaalaa Maqalee keessa buufatanii  kan turan jiraattonni kuma 17,000 ol gara qe’e isaanti deebi’uu isaanii kan ibsee bulchiinsii godiina Tigraay gama kibbaa warri dhumaa har’a deebi’uu ibsee jira. Bulchaan godiina kanaa Obbo Haaftuu Kiroos sagalee Amerikaaf akka ibsanti ammaan booda kanneen deebi’an kana hojiin  deebisanii dhaabuu dhimmi ilaalacha argachuu qabu ta’u hubachiisan.
Baatilee dabran 21f maatii isaanii irraa adda...</description>
Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay
            <description>Namoonni Walqaayitirraa buqqa’anii jiran gara qe’ee isaaniitti deebifamuu jalqabu jechuun Bulchiinsi Naannoo Tigiraay ibsa kennee jria. Bulchiinsi yeroo naannoo igiraay Godina Tigiraay lixaa jechuun kan waamuu fi erga waraanni Kaaba Itiyoophiyaa ka’een bood immoo naannoon Amhaaraa Godina Welqaayiit Xegedee Seetiit Humaraa jechuun bulchiinsa dhaabeeru bakkoota falmisiisoo kanatti namoonni qe’ee isaaniirraa buqqa’aniiran deebisuun akka jalqabamuuf jiru Itti aanaan pireezidaantii naannoo...</description>
Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan
            <description>Naannoowwan falmisiisoo jedhaman kan naannoo Tigiraay fi Amhaaraa gidduutti argaman aanaalee akka Koorem Wafilaa fi Zaataa irraa namoonni ji’a Bitooteessa darbe keessa jeequmsa ka’e hordofee kanneen qe’ee keenyarraa buqqaane jedhanii gara Waag himraa fi Godinaalee Walloo kabaatti baqatniiran gargaarsa namoomaa ga’aa osoo hin argatiin jirra jechuun sagalee Ameerikaatti himaniiru.
Buqqatoonni kunneen gara daandiitti ba’uun kadhaaf saaxilaamneerra yummoo jedhanitti kantiibaan maagaalaa...</description>
Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname
            <description>Qormaanni biyyaaleessaa kutaa 12ffaa erga weerara Vaayirasii Koovid 19 fi waraana Kaaba Itiyoophiyaa keessa ture turtii waggoota shaniin booda barattoota Itiyoophiyaa kaan waliin yeroo wal fakkataatti bara kana har’a Adoolessa 2 , hanga 12 bara 2016 tti naannoo Tigiraay keessatti kennamuu jalqabeera. Barattoonni kuma 54 qormaaticha fudhachaa akka jiranis hoogganaan biiroo barnootaa naannoo Tigiraay Dr. Kiroos Gu’iish ibsaniiru. Qormaanni biyyaaleessaa kutaa 12ffaa kun naannicha keessatti kan...</description>
Lammileen Ityoophiyaa Baqatanii Sudaan Keessa Jiran Rakkina Nageenyaatiif Saaxilaman
            <description>Walwaraansii Sudaan keessatti taasifamaa jiru mooraa baqatoota lammiiwwan Ityyophiyaa keessa qubatanitti dhihaachaa dufuun isaa akka isaan yaaddeese bulchaan mootummaa yeroo naannoo Tigraay ibasan. Obbo Geetacheewu Radda kaleessa akka fuula Fees Bookii isaanii irratti ibsanitti, walwaraansii gareewwan Sudaan gidduutti taasifamaa jiru gara mooraa baqatootaa Tigraay keessa buqa’anii fi baqatootaa Ityoophiyaa keessa garas dhaqaniitti dhihaachaa jira.
Baqatoonni Tigraay kumaatamaan...</description>
Ukkaamsaa, Ajjeechaa fi Miidhaalee Biroo Saala Irratti Hundaa'ee Dubartoota Irratti Raaw'atamu Mormuun Maqalee Keessatti Hiriirri Bahame
            <description>Naannoo Tigiraay keessatti dubartoota irratti ukkamsaa, ajjeechaa fi miidhaan saalarratti hundaa’ee raawwatamu haa dhaabbatu jechuun dubartoonni magaalaa Maqalee keessatti Wiixata darbe hiriira nagaa gaggeessaniiru.
Dubartoonni magaalaa Maqaleetti guyyaa Wiixata kaleessaa hiriira naga ba’uun naannoo Tigiraay keessatti ajjechaan dubartoota irratti raawwatu ukkaamsaa fi miidhaa koorniyaa gidduu galeessa godhatee raawwatamu haa dhaabbatu, dubartoota miidhaan irra ga’eeru haqa akka argatan...</description>
Namoota Tigraay Keessaa Buqqa’an Deebisuuf Hojiin Hojjetamu Lafa Irra Harkiifamuun Rakkoo Nutti Hammeesse, Jedhan Buqqaatonni
            <description>Wal waraansa Itiyoophiyaa kaabaa sana booda gaaffiin abbummaa lafaa kan irratti ka’aa jiru bulchiinsa naannoo Tigraayii fi Amaaraa daangeessan irraa kanneen goodaana hundumaa hojiin deebisuu yeroo qabamee tureetti raawwatamaa akka hin jirree kunis rakkoo itti hammeessuu isaa kanneen godaana ibsanii jiru.
Anaa Tsalamt irraa buqqa’uu isaanii sagalee Amerikaaf kanneen ibsan kun hanga Caamsaa 30tti bara 2016tti akka deebi’an gochuuf akeekamee akka turee ibsanii garu  haga ammaatti ituu hin...</description>