YALI
Tajaajila YALI Tokkummaa Afrikaa
-
27/07/2015Gabriel Hussein Kahn (English)
-
18/06/2015Burundi Yali Fellow (ENGLISH)
-
27/07/2015Djibrine Souleymane Amalkher (French)

Yaadii Perzidaanti Obaamaan bulchoota dargaggoo Afrikaa, (YALI) ijoollee kahimaa hujii barnootaatiin,leenjii bulchiinsaatii fi wal ijaaruun jajjabeessa. Waldaan Maandellaa damee Waashingiton,sagantaa YALI,innii duraa bulchoota dargaggoo ciccimoo 500,biyyoota Gammoojjjii Sahaaraa gadiitii dhufan yoo isaan biyya ufiitti deebihanillee akka isaan manneen barnootaa sadarkaa olaanoo USA keessatti sadarka isaani guddifatan carraa kennaaf.
Hasawaa president Obamaan garee YALItiif godhan