Sagantaa Raadiyoo fi Friikuweensiilee
Sagantaa Raadiyoo
Raadiyoon Sagalee Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo Wixataa haga Jimaataatti Sagantaa Raadiyoo daqiiqaa soddomaa tamsaasa. Qophiileen isaa oduuwwan angafa guyyaa sanaan jalqabee, dhimmoota barbaachisoo irratti gaaffii fi deebii geggeessuu fi qophiilee qindeessu itti fufa.
Wiixata: Ameerikaaf Uummata Ishee, fi Ispoortii
Kibxata: Waa’ee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laataa?
Roobii: Dirree Dimookiraasii
Kamisa: Qophii Fayyaa
Jimaata: Misoomaa, fi Ka Dhageenyeef Ka Dubbisne Irraa
Firiikuweensiilee Raadiyoo
Raadiyoon Sagalee Ameerikaa, sagantaan Afaan Oromoo galgala keessaa sa’aa 2:30 jalqabee haga sa’aa 3:00-tti:
MEETIRBAANDII 19, yokaan Kiiloo-herzii 15,180 15,630 15, 700 fi 15, 785 irratti,
MEETIRBAANDII 22, yokaan kiiloo-herzii 13,860 irratti, akkasumas,
MEETIRBAANDII 25, yokaan Kiiloo-herzii 12,110, 12,130 fi 12,140 irratti Wixataa haga Jimaataatti tamsaasama.
Warra sagantaa keenya Naayilsaat irratti hordoftaniif : Saatatalaayitittin Yutelsaat 7 – digirii 7 gama Lixaatti/ digirii 353 gama Bahaatti argamti