Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mobaayila

VOA Afaan Oromoo Bilbilarra Dhaggeeffachuuf

Mobaayila Keessan Irratti Dhaggeeffachuuf Bilbilaa

Canada: 213.992.4245
UK: 442.0351.91335

VOA APP

“VOA APP,” fayyadamtanii oduu ykn wanta naannoo teessanitti tahe/tahuutti jiraa nuu erguu akka dandeettanii quba qabduu?

Suuraan isan nuu ergitan kuusaa suuraalee VOA Afaan Oromoo keessa keenna. APP, VOA argachuuf kuusaa APP VOA irraa bilbila keessan harkaa irratti waraabbadhaaa.

Isaniin Android fayyadamtan,google play irraa: http://bit.ly/HFZrG6?r=bb

Isaniin IOS fayyadamtan, APPLE Store irraa: http://apple.co/1D6mgLU

Isaniin bilibla NOKIA ka durii fayyadamtan, Binu App Store irraa: http://m.binu.com/voa/

Suraalee nuuf erguuf, xiyya gama mirgaa jiru irraatii mallatto suuraa tuqaa.Achii ammoo barreeffama Haarawaa fudhadhu jedhu tiqaatii suuraa fi qophii barbaaddan waraabaa/kaasaa. Ykn ammoo Kuusaa Keessaa filadhu ka jedhu tuqaatii kuusaa keessa keettan irraa waraabaa.

Mata-duree,qophii waraabdanii fi maqaa keessan irratti barreessaa.Achii ammoo mallattoo Ergi jettu harkaa keessan gama mirgaatiin jirtu tuqaatii ergaa.

Suuran isan nuu ergitan seera qabeessa tahuu isaa eegii mirkanfanneen duubatti kuusaa suuraalee APP VOA keessa keenna.

XS
SM
MD
LG