VOA24 on Nilesat
VOA24
VOA24 daandii televiiziyoonaa suuraalee fi sagaleen ittiin gara Itiyoophiyaatti tamsaasamuu fi Naayilsaat (Nilesat) irratti argamu. VOA24 qophiileen raadiyoo fi qabiyyeen interneetii ka Raadiyoo Sagalee Ameerikaa wal-dabalamee kan ittiin tamsaasamu. Sagantaaleen isaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaa, Sagantaa Afaan Oromoo, kan Afaan Amaaraa fi Afaan Tigiree, akkasumas kan sagantaalee naannoolee Afrikaa ka biroo fi Giddu-galeessa Bahaa ti.
Satellite: Eutelsat 7 West A at 7oW/353oE
Transponder: E36
Downlink Frequency: 12.399 GHz
FEC: 5/6
Symbol Rate: 27.5 MSym/s
Downlink Polarization: V
Virtual Channel: 4132 (VOA24 – Picture with Audio)
Uplink Site: Amman, Jordan