YALI 2016
Bara 2016 Yniversitiiwwan fi koolejiiwwan Yunaayitid Isteetis 36 daraggoota Afriikaa kuma tokko sagantaalee Daldala, Hojii uumuu fi hooggantummaa Sivikii akkasumas bulchiisa hawaasaa ilaalchisee leenjii kennuuf jecha simatanii jiran. Dhaabbata “Mandela Washington Fellowship” jedhamutu ga’eessota biyyootii Afriikaa Uffee Sahaaraa gad jiraniif dandeettii guddaa qaban hojii hooggantummaaf qopheessuuf carraa kana kenne.
Mandela Fellows - Afrikaa
-
02/08/2016Amel Belay Yimer | Ethiopia |
-
02/08/2016Keneuoe Semphi | Lesotho |
-
02/08/2016Daniel Riche | Liberia |
-
02/08/2016Imane Ismail Babah
-
02/08/2016Shalate Teffo | South Africa |
-
02/08/2016Simotwo Chepkirui Faith Zainabu | Kenya |
-
02/08/2016Profile - Belisa Rodrigues | South Africa |
-
02/08/2016Profile - Bouba Dieme | Senegal |
-
02/08/2016Profile - Glad Mabele | South Africa |
-
02/08/2016Profile- Raabia Hawa | Kenya |
-
02/08/2016Profile - Yar Mayen | South Sudan |