Oromootu Oromoo dabarsee polisatti kennaa jira.
Itoopiyaan immoo walabummaan yaada ofii ibsachuun biyya koo keessa jira jetti.
Xiinxalaan siyaasaa dargaggoo Jawaar Mohaammad immoo 'ilannoon geggeessamuutti jiru kun paartiin akka mohachuuf jiran agarsiisa' jedha.
Manni-barnootaa Sadarkaa Lammaffaa Daandii Guddinaa bishaaniin dhuunfatame jedhu jiraattonni naannoo.
Garuu lammiiwwan Itoopiyaa shakkiin hidhamanii turan arfan gadhiifamaniiru.
Barnoota Ramaddiin cina, aadaa, Afaanii fi Aartii keenya jajjabeessuuf dirqma dhalootaatu nu irra jira jedha prezidaantiin gumii aadaa fi Afaan Oromoo Yuniversitii Finfinnee barataa Gololcha Baallii.
Caalaa agarsiisi