Yuunaytid Isteetis Prezdentii Abbaa Alangaa Mootummaa Keeniyaa duraanii akka biyya ishee hin seenne dhorkite.
Walitti makamuu godinaatiif carraa haaraa uumuu mata duree jedhuun magaalaa Asmaraa keessatti guyyoota sadiif geggeessamaa kan ture wal ga’ii 23ffaan ogeessota IGAD kan Afriikaa bahaa karoora hojii lafa kaa’achuu dhaan har’a xumuramee jira.
Kaaba Keeniyaa kutaa bulchiinsa maarsabiit jedhamtunni hidhattoonni namoota 13 ajjeesan. Jiraattonni fi Abbaan Araddaa yakki kun keessatti raawwatame namoota 13 keessaa sadii miseensa poolisii keeniyaati jedhan.
Caalaa agarsiisi