Ministarri dhimma-alaa Yunaayitid Isteets – Maayik Poompihoo, walga’ii hariiroo Yunaayitid Isteetis fi Chaayinaa gidduu daran hammeesse jedhamu irratti, biyyi isaanii gochaalee Chaayinaa irratti ka yaaddoo guddaa qabdu tahuu, gitoota isaanii ka Chaayinaatti dubbatanii jiran.