“Ajjeechaan barattoota Oromoo irratti geggeessamu haa dhaabatu! Tokkummaan Mootummootaa ajjeechaa Mootummaan Itiyoophiyaa ilmaan Oromoo irratti geggeessaa jiru dhaabsisuuf gidduu haa seenu! Gargaarsi Mootummaan Abbaa-irree Itiyoophiyaaf kennamu haa dhaabatu!”