Xurree ittiin seenan

Breaking News

Donaald Traamp Prezidaantii Yunaayitid Isteets Ta’uuf Filatamuu Addunyaan Maal Jedha?


Donaald Traamp Prezidaantii Yunaayitid Isteets Ta’uuf Filatamuu Addunyaan Maal Jedha?
Donaald Traamp Prezidaantii Yunaayitid Isteets Ta’uuf Filatamuu Addunyaan Maal Jedha?

Kaadhimamtuu paartii Dimookiraatii akka filatamtutti eegamaa turan – Hillarii Kilinten injifachuun Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetsitti filataman – Doonaald Traamp, hoteela magaalaa Niyook walakkaa jiru, ka Mid-town Hotel Manhattan – jedhamu keessatti sirna injifannoo isaanii labsuuf qophaa’e irratti Har’a barii barraaqa ennaa dhihaatanii dubbatan gammachuun guutamanii tuan.

Duuressichi Abbaan-qabeenyaa beekamaan – Traamp, dorgomtuu isaanii Hilarii irraa itti bilbilamuu isaa ennaa dubbatan, “ministarittiii Hilarii Kilinton irraa amma naaf bilbilamee ture. Baga gammaddan nuun jettee jirti. Kun waa’ee keenya, waan injifachuu keenyaa. Anis waa’ee dorgommii filannoo baay’ee jabaa geggeessanii, ishee fi maatii isheen baga gammadde jedheen jira” jedhan.

Injifannoo Traamp kana biyyyoonni Addunyaa akkamitti ilaalan? Afrikaa keessatti hoo dhiibbaa maalii qabaata? Kanneenii fi ka biroo irratti gabaasaalee qindaawan qabna.

Kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG