Xurree ittiin seenan

Breaking News

Somaaleen pirezidaantii haaraa filattee, filannoolleen nagumaan dhumatte


FILE - Then-Somali Prime Minister Mohamed Abdullahi Farmajo addresses officials after his swearing in ceremony at the Presidential residence in Mogadishu, Somalia.
FILE - Then-Somali Prime Minister Mohamed Abdullahi Farmajo addresses officials after his swearing in ceremony at the Presidential residence in Mogadishu, Somalia.

Biyyitii Afrikaa gama Bahaa garba Indii jala qubattu tun bara hedduu keessatti pirezidaanti akka bara kanaa filattee qabaatte hin arganne.

Nami hardha filan kun Mohamed Abdullahi Mohamed, maqaan moggaasuu "Farmajo.”

Hujii tana Pirezidaanti Hassan Sheikh Mohamud moohee argate.Paarlaamaa biyya suniitti hardha marroo lama irra deebihee pirezidaantii kana Moqaadishootti file.

Nami amma filan kun Mohamed Abdullahi Mohamed bara 2010 haga bara 2011 muummee minsitera Somaalee tahee hojjachaa bahe.

Akkauma moohachaa labsaniifiin nagaa Somaalee wayyeessee,horii umamtaa baduu dhowwuuf hiyyeessa gargaaruun waadaa gale.

Pirezidaantin ganna 54 kun nama bara isaa ka kahimoomaa haga guddaa Amerikaa godina Bufalo keesatti dabarse.Filannoon tun nagumaan dhumatte.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG