Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dr. Nagarii Leencoo: Angoo Gadhiisuun Sirna Dimookiraasii Ijaaruudhaaf Qabsoo Uummanni Keenya Taasise Keessatti Bu’aa Argamaa Jiru Waan Agarsiisu


surraa
surraa

Mummichi ministraa Itoophiyaa Obboo Haylemaariyam Dasalanyi ibsa galgala harraa kennanin, dirree siyaasaa biyyattii bal’isuuf jecha angoo isaanii dura taa’ummaa dhaabaa fi muummee ministirummaa gadhiisuuf xalayaa galfaachuu himan.

Murtiin obboo Haayilemaariyam haala biyyaatti keessa jiru garam jijjiira?

Kana laalchisee ministera Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Itoophiyaa Dr. Nagarii Leencoo akkasumas hayyuu seera dubbisneerra.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa.

Dr. Nagarii Leencoo: Angoo Gadhiisuun Sirna Dimookiraasii Ijaaruudhaaf Qabsoo Ummanni Keenya Taasise Keessatti Bu’aa Argamaa Jiru Waan Agarsiisu
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:51 0:00

XS
SM
MD
LG