Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaan Erga Baroota 1930taa Booda Yeroo Duraaf Lakkoobsii Namoota Hojii Hin Qabnee Guddaan Ishee Mudatee Jira


Weerarrii vaayrasii koronaa dinagdee Amerikaa irra badii guddaa geesisaa yeroo jiru kanatti uummanni hojii dhaabee Miliyoona 5.2 mootummaan maallaqa nuuf haa kennu jechuun turban dabree gaafachuu isaanii ministriin hojjattootaa gabaasee jira.

Torban afuuruuf hojii dhaabaniif Doolaara Miliyoona 22 gaafatan.

Sababaa vaayrasii koronaan daldallii waan cufamee jiruuf torbanneen dhufan kana keessa kanneen mootummaa gargaarsa gaafatan dabaluuf jiru jedhamee eegama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG