Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan naannoo Amaaraa haleellaa IWEHAT Ofi Irraa Deebisuuf Dandeettii Guutuun Qaba Jedhe 


Itti aanaa prezidaantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo Temesgen Xurunaa
Itti aanaa prezidaantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo Temesgen Xurunaa

Itti aanaa prezidaantiin mootummaa naannoo Amaaraa obbo Temesgen Xurunaa, nagaa dhaan gara naannoo Amaaraa kan seenan humna addaa fi miseensota milishaa naannoo Tigraayiif wabii kan kennan ta’uu dubbatan. Giti isaanii kan Oromiyaas awwaalchi IWEHAT ni raawwatama jedhan.

Mootummaan naannoo Amaaraa haleellaa IWEHAT Raawwatu Ofi Irraa Deebisuuf Dandeettii Guutuun Qaba Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:32 0:00

Itti aanaa prezidaantiin mootummaa naannoo Amaaraa Har’a TV naannoo Amaaraa irratti dhiyaachuun ibsa kennaniin naannoon Amaaraa haleellaa IWEHAT biraa dhaqqabu kamiinu of irraa deebisuu danda’a jedhan. Obbo Temesgen miseensota raayyaa ittisa biyyaa kana dura manatti deebi’aniif illee waamicha godhaniiru. Hawasichi naannoo isaa keessumaa manneen amantiif cimsee eegumsa akka godhu komiishinni poolisii naannoo Amaaraa waamicha dabarseera.

XS
SM
MD
LG