Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Ulfi Yeroo Malee Shamarran Karoora Qabanirraa Duubatti Hambisa"


Barattuu hurufa teenchee dubbsitu
Barattuu hurufa teenchee dubbsitu

Itoophiyaa keessatti bara dhiheenya kana tibba qormaanni biyyoolessaa kutaa 10 fi kutaa 12 geggeeffamu shamarran ulfa guutudhan qormaatarra taa’an, gaafasuma hookan guyyoota muraasa dura dahanii qormaata fudhatan miidiyaan biyya keessaa fi alaa yeroo gabaasan arguun barameera.

“Ulfii yeroo malee fi ulfi hin barbaachinse, karoora shamarran jireenyaaf qabanitti gufuu ta'a,” jetti, Yuniversiitii Finfinneetti kaadhimamtuun PhD, Siyaannee Anileyyi. Maatiin, barsiistonnii fi haawaasni dhimma baramaa dhufe kana irratti gaabii qabaachuu fi irratti hojjachuu akka qaban an ibsitu hayyuun tun miidiyaaleenis barmaatota akka aadaatti laallamani fi miidhaa qaban kana irratti hojjachuu akka qaban eerte.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa.

"Ulfi Yeroo Malee Shamarran Karoora Qabanirraa Duubatti Hambisa"
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:24 0:00


XS
SM
MD
LG