Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ka Dhiheenya Badhaasa Narsootaaf Qophaahe Moote Qabaalle Duubaa Karoorri Ishii Maal Ture?


Ka Dhiheenya Badhaasa Narsootaaf Qophaahe Moote Qabaalle Duubaa Karoorri Ishii Maal Ture?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:07 0:00

Ka Dhiheenya Badhaasa Narsootaaf Qophaahe Moote Qabaalle Duubaa Karoorri Ishii Maal Ture?

Hundeesituun Dhabbata Qabaalle Duubaa, Qabaalle​n, bara 2016 sagantaa dargaggoota Afrikaa hoggansa irratti leenjisu YALI jedhamuu mootummaa Yunaaytid Isteetsin geggeeffamu irratti hirmaachuf as Waashingitan Diisii yeroo dhuftee turtetti hojii fi karoora qabdu gaafannee ture.

Qabaalle​ Duubaa, badhaasa dorgommii narsoonnii kuma 24 ta’an biyyootaa adda adarraa irratti hirmaachuun himame, dhaabbata “Asteer Gaardiyaan Globaal Nersing Awaardis” jedhamuun Caamsaa 12,2022 geggeeffame irratti “Narsii cimstuu addunyaa” ta’uudhan moote. Badhaasichiis doolaarii kuma 250.

Dhabbanni Qabaalle​, ijoolleen horsiistee bultootaa barumsa akka argatan karaa saaquu, ijoollee dubaraa kittaanun akka dhaabbatu hubannoo uumuu dabalatee, gama adda addaan bakka dhaloota ishii Keeniyaa kutaa Marsabiit keessatti tajaajila.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG