Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Laalchisee Abdii fi Yaaddoo Jiru


Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa laalchisee Abdii fi Yaaddoo Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:40 0:00

Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa laalchisee Abdii fi Yaaddoo Jiru

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014 akka durii manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa keessatti oddoo hin ta’in yuunivarsitiiwwan keessatti akka kennamu Ministeerri Barnootaa erga beeksisee booda barattoonni qophiidhaf gara yunversitiilee seenaa jiran.

Akka biyyoolessatti Barattoota kuma 996 tu qormaata baranaa fudhata. Naanoo Tigraayfii bakka walitti bu’insi jiru keessatti qormaanni kennamaa akka injirees minstrichii beeksiseera.

Jijjiirramni kun baratttoota irratti dhiibbaa akkamii fida? Qophii akkamii godhuu qaban? Dhimmota kana irratti barattootaa, maatii keessaa, akkasumas ogeettii fayyaa sammuu Aaddee Mekayaa Ahimed dubbisne.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG