Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gosi Nyaata addunyaa Adda Addaa Beekkamtii Argachuu Qaba: Ogeessa Nyaata Bilcheessuu Markes Samu’elsen


Gosi Nyaata addunyaa Adda Addaa Beekkamtii Argachuu Qaba: Ogeessa Nyaata Bilcheessuu Markes Samu’elsen
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:28 0:00

Gosi Nyaata addunyaa Adda Addaa Beekkamtii Argachuu Qaba: Ogeessa Nyaata Bilcheessuu Markes Samu’elsen

Maarkus Saamu'eelsan kaayyoo isaa fiixaan baasuuf fedhii guddaa qaba Maarkus Saamu'eelsan kaayyoo qabatee dursuuf fedhii guddaa qaba. Xiyyeeffannaan sun nyaata mi'aawaa manneen nyaataa isaa beekamoo ta'an keessatti qophaa'uun kan ibsamu yoo ta'u, hojjettoota isaatiinis ni ibsama.

Manni nyaataa koo calaqqee hawaasa keessa jiraannuu ti. Hoogganni gurraachaa, kan dubartii akka jiraatu barbaanne. Sababiin isaas hin jiru waan ta’eefi. Seenaan Gurraachaa keenya kan yeroo tokko qofa dubbatamee bira darbamu akka hin taane beekna,'' jedha , kan Itoophiyaa keessatti godoo tokko keessatti dhalatee erga haati isaa jalqaba '70moota keessa weerara dhukkuba sombaatiin duute booda biyya Swidinii keessatti guddate. Yeroo ammaa manneen nyaataa Niw Yoork Keessaa Kan ofii isaa kan qabuu fi hojii isaan illee beekkamtii argachuun badhaafamee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG