Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiileen Ameerikaa Soorama Bahan Hawaasa Sooramaa Kan Filooriidaa Keessaa Jiraachuu Filatan Jireenya Isaaniif Mijataa Ta’uu Dubbatu


Lammiileen Ameerikaa Soorama Bahan Hawaasa Sooramaa Kan Filooriidaa Keessaa Jiraachuu Filatan Jireenya Isaaniif Mijataa Ta’uu Dubbatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:43 0:00

Lammiileen Ameerikaa Soorama Bahan Hawaasa Sooramaa Kan Filooriidaa Keessaa Jiraachuu Filatan Jireenya Isaaniif Mijataa Ta’uu Dubbatu

Namoonni Sorama ba’uuf ganda giddu galeessa kutaa Filooridaatti argamu bakka “The Villages jedhamu dhaqan, callisanii gara dullumaatti siquuf fedhii hin qabn. Dhalataa New Jersey kan ta’an Michael Roche mana barumsaa sadarkaa lammaffaa barsiisuu irraa qabee hanga hojii daldalaa kaasinoo hojjechuutti waan hunda hojjedheera, jireenya hawaasummaa akka nama jaalatuttan of ibsa jedhu

Shubbisuu nan jalqadha. Sun qalbii na hawwata jedhanii, waaree booda bakka dhugaatiin itti heddummaatu hawaasa soorama bahee fi mana dhugaatii namniitti heddummaate keessa dhaabatanii argamu. Namoota hedduu ykn xiqqoo waliin walittiqabamuun ni dandeessa jedhan.

“The Villages keessatti naannoon nama sodaachisu hin jiru. Bakka deemtu hundatti nageenyi sitti dhagahama,” jedhu, dhalataa kutaa New Jersey kan ta’aniif Sadaasa bara 2022 mana bitachuun kan bakka kanatti agalan Roche. “Namni maalin ta’a jedhee yaadda’u ykn saamichatu na irratti raawwata jedhee yaadda’u hin jiru. Akkasumas, Ameerikaa har’aa keessatti, sun barbaachisaa dha.”

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG