Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Dorgommii Maraatoonii Niw Yoork Dilbata Geggeessame  Injifate Taammiraat Tolaa Gamachuusaa Sagalee Ameerikaaf Ibse


Kan Dorgommii Maraatoonii Niw Yoork Dilbata Geggeessame  Injifate Taammiraat Tolaa Gamachuusaa Sagalee Ameerikaaf Ibse
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:19 0:00

Kan Dorgommii Maraatoonii Niw Yoork Dilbata Geggeessame  Injifate Taammiraat Tolaa Gamachuusaa Sagalee Ameerikaaf Ibse

Dorgoomii Maaraatoonii magaalaa Niw Yoorkitti Dilbata kaleessaa taaifame gama dhiiraan Atileetiin Itiyoophiyaa Taamiraat Tolaa riikardii bakkichaa fooyyeessun injjiffatee jira. Dorgommii dubartootaa ammoo Atileetiin Keeniyaa Helen Obiriin mo’ateettee jirti. Atileetiin Itiyoophiyaa Lettesenbet Gidey Lammafaa baate. Taamiraat Tolaa gaaffii fi deebii Sagalee Ameerikaa waliin taasiseen fiigichi kun rakkoo qilleensaa fi didhaalee ka biroo qabaateyyu, injifachuu fi rikoordii bakkicha fooyyeesuu isaatti akka gamade dubbatee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG