Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministeera Nagaa Itiyoophiyaa Duraanii Obbo Taayyee Danda'aa Galmeen Yakkaa Akka Irratti Hin Banamin Jiru Maatiin Isaanii Ibsan


Ministeera Nagaa Itiyoophiyaa Duraanii Obbo Taayyee Danda'aa Galmeen Yakkaa Akka Irratti Hin Banamin Jiru Maatiin Isaanii Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:57 0:00

Ministeera Nagaa Itiyoophiyaa Duraanii Obbo Taayyee Danda'aa Galmeen Yakkaa Akka Irratti Hin Banamin Jiru Maatiin Isaanii Ibsan

Koomishiniin Mirgoota namoomaa Itiyoophiyaa kan torbee lama dura to’annaa jela oolan angawaa Ministeera nagaa Itiyoophiyaa Taayyee Danda’aa dhimma isaanii qorataa akka jiru ibsee jira. Aadde Selamaawit, Diirektorri qorannoo fi hordoffii Koomishinii mirga namoomaa Itiyoophiyaa kan naannolee, hidhamuu angawa kanaa hordofuun maatiin illee waan isaanirra gahe himachuu VOAf himanii jiran. Aadde Sintaayyoo Alamaayyoo haati Warraa Obbo Taayyee ammas abbaa warraa isaanii irratti galmeen yakkaa akka hin banamnee fi Abukaatoleen akka isaan wajjiin wal hin argine dhowwamee jira, jechuun dubbatan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG