Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Maraatoonii Dubaayii fi Shaamaan Keessatti Geggeessaman Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan


Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Maraatoonii Dubaayii fi Shaamaan Keessatti Geggeessaman Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:43 0:00

Atileetonni Itiyoophiyaa Dorgommiilee Maraatoonii Dubaayii fi Shaamaan Keessatti Geggeessaman Dhiiraa fi Dubaraan Injifatan

Dorgommiilee Maaraatoonii Dubaayi fi ka magaalaa Chaayinaa, Shaamaan ka bara 2024 irratti atileetonni Itoophiyaa dhiraa fi dubaraan injifatanii jiru. Dorgommii dhiiraa Dubaayitti gaggeeffameen atileet ganna 19 Addisuu Gobena kan injifate yoo tahu dubaraan immoo atileet Tigist Katamaa tu mo’ate. Dorgommii maaratoonii biyya China Xiamentti dorgomameenis dhiraan atileet Asseffaa Bookii yaggu injjiffatuu dubaraan immoo Atileet Baqalachi Guddataa mo’ateetti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG