Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbaa Boor, Caalii Shonoo: Abbaa Gadaa Illu Abbaa Boor Seenaa Guddaa Qaban


Abbaa Boor, Caalii Shonoo: Abbaa Gadaa Illu Abbaa Boor Seenaa Guddaa Qaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

Abbaa Boor, Caalii Shonoo: Abbaa Gadaa Illu Abbaa Boor Seenaa Guddaa Qaban

Abbaa Boor Caalii Shonoo, Abbaa Gadaa, Iluu Abbaa Booriin sirna bulchiinsa fi quubsuma isaa qajeelchan jedhamuun beekamu. Obbo Taammenee Alemaayyehu Aagaa Itti Gaafatamaan Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Aanaa Yaayyoo, Caalii Shoonoo bara 1840 keessa Abbaa Gadummaa akka fudhataniin, giddu gala bulchiinsa Iluu Abbaa Boor Yaayyootti hundeessuu fi bulchiinsa Gadaa Iluu Abbaa Booritti cimsuu isaanii himanii jiran. Kan Yeroo Ammaa gamasitti argamu Galmoo Daawit gabaasa qindeesse qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG