Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne


Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Waancaa Afrikaa 34ffaa Ayivoriikoost Keessatti Geggeessamaa Jirurratti Biyyoonni Dur Injifachuun Beekaman Hin Milkoofne

Waancaa Afrikaa 34ffaan, Ayivoriikoost keessatti gaggeeffama jiru irratti, biyyoonni gurguddoon hedduun gara sadarkaa gatanii darbuutti otoo hindarbiin haafaniiru. Shaampiyoonaa yeroo torba kan taate Masriin tapha adabbiitiin Rippabilika Dimookiraatawaa Koongoon mo'amtee, carraa Waancaa Afrikkaa argachuu keessaa ala taateetti. Haaluma walfakkaatuun gareen biyyaaleesaa Giinii taphattoota 10iin kan taphatee Ikuwaatooriyaal Giinii goolii 1 fi 0n injifachuun gara marsaa itti aanutti darbeera. Taphoota Sanbata darbeen Naayijeeriyaan tapha gatanni darbuu kana biyyaa Kaameeruun injifachuun milkoofteetti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG