Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barreeffamoonnii fi Qabiyyeeleen Miidiyaa Afaan Oromootiin Daa’immaniif Qopheeffaman Xiyeeffannaa Hin Arganne Jedhame


Barreeffamoonnii fi Qabiyyeeleen Miidiyaa Afaan Oromootiin Daa’immaniif Qopheeffaman Xiyeeffannaa Hin Arganne Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Barreeffamoonnii fi Qabiyyeeleen Miidiyaa Afaan Oromootiin Daa’immaniif Qopheeffaman Xiyeeffannaa Hin Arganne Jedhame

Qabiyyeewwan barreeffamaa fi Suur Sagalee daa’immaniif Afaan Oromoon qophaa’an dhibamuun dhiibbaa fidaa jiru hirrisuuf hojicha irratti ka bobba’e ta’uu, Barreessaa Yoomiyyuu Mullataa dubbatee jira.

Yoomiyyuun akka jedhetti amma barreeffamawwan Afaan Oromoon daa’immaniif qophaa’an kan qorannoo gahaan irratti hin gaggeeffamne ta’uu himee, bifa oduu durii fi kaaniin suur sagaleewwan marsariitiin tamsa’anis hojjechuu jalqabuu isaa dubbatee jira. Waldaan Barreessitoota Oromoo gama isaan hog-barruu Oromoo keessatti barreeffamni daa’immanii kan dagatamee jiru dha jedha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG