Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Taayyee Danda’aa fi Miseensonni Mana-maree Kaan Himannaa Seeraa Malee Haga Ammaatti Hidhamanii Jiru: Maatii fi Abukaatoo Isaanii


Obbo Taayyee Danda’aa fi Miseensonni Mana-maree Kaan Himannaa Seeraa Malee Haga Ammaatti Hidhamanii Jiru: Maatii fi Abukaatoo Isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

Obbo Taayyee Danda’aa fi Miseensonni Mana-maree Kaan Himannaa Seeraa Malee Haga Ammaatti Hidhamanii Jiru: Maatii fi Abukaatoo Isaanii

Miseensonni Mana Maree Amaaraa, Ormiyaa fi kan magaalaa Finfinnee dhimma rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraatti mudate jedhameen wal qabatee to’annaa jala oolan haga ammaatti himannaan yakkaa irratti hin banamne. Aadde Sintaayyoo Alemayyoo; haati warraa miseensa caffee Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa, Obbo Taayyeen erga to’annaa poolisii federaalaa jela oolanii ji’a lama ta’us himannaan yakkaa akka irratti hin banamnee fi mirga abukaatoon wal arguus akka dhowwamanii jiran dubbatanii jiran.

Obbo Yaareed Hayile Maariyaam hoogganaan Giddu gala dhaabbata mirga namoomaa Itiyoophiyaa, mootummaan labsii kana hordofee ulaa seeraa uumame fayyadamee namoota kana sirnaan ala hidhaa tursaa jira ka jedhan yoo tahu, Taarikuu Raagaa Yuuniversitii Haramaayaatti barataan Nageenyaa fi Misoomaa Digrii dooktorummaa ammoo tarkaanfiin akkanaa akka ummati seera biyyattiirraa amantaa dhabu, jedhu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG