Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Walleeleen’koo Miira Dargaggootaa Ibsu’ Jedha, Artistiin Haaraan Sirboota Isaa Bifa Addaan Tikokii fi YuTuub’rratti Gad-lakkisuun Beekame


‘Walleeleen’koo Miira Dargaggootaa Ibsu’ Jedha, Artistiin Haaraan Sirboota Isaa Bifa Addaan Tikokii fi YuTuub’rratti Gad-lakkisuun Beekame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:01 0:00

‘Walleeleen’koo Miira Dargaggootaa Ibsu’ Jedha, Artistiin Haaraan Sirboota Isaa Bifa Addaan Tikokii fi YuTuub’rratti Gad-lakkisuun Beekame

Dargaggoo Firaa’ol Dessaalenya Abdiisaa, sirboota Afaan Oromoo bifa barawaa ta’een saba himaalee akka marsariitii Suur Sagalee; YouTube fi Tiktok rratti lakkisa. Oguma Fayyaa baratee eebbifamee hojii dhiisee gara Weelluutti kan gale, Firaa’ol maqaa ‘Sayyoo’ jedhuun kan beekamu yoo tahu, Sirbootasaa sabaahimaalee kanarratti lakkisuunis gungummii fi miira dargaggoonni qaban, booree fi kaan irrattan xiyyeeffadha jedha. Firaa’ol dhiyeenyatti hojiiwwan sirbaa isaa maxxansaan dhaggeeffattootaaf dhiyeessuuf akka yaadu dubbata. Ogeessi Muuziqaa Anis Gabii Ida’oos, gosti sirbaa Sayyoon qabatee dhufe kan nama hawatu akka ta’eefi ammattis Viidiyoo Sirbaa takka akka lakkisuuf jiran dubbatee jira. Galmoo Daawit dabalata qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG