Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Oromiyaa, Bakkawwan Adda Addaa Rakkoo Nageenyaa Qaban Keessatti Dhaabbileen Fayyaa Miidhamuu fi Rakkoo Fayyaa Hammeessun Himame


Naannoo Oromiyaa, Bakkawwan Adda Addaa Rakkoo Nageenyaa Qaban Keessatti Dhaabbileen Fayyaa Miidhamuu fi Rakkoo Fayyaa Hammeessun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Naannoo Oromiyaa, Bakkawwan Adda Addaa Rakkoo Nageenyaa Qaban Keessatti Dhaabbileen Fayyaa Miidhamuu fi Rakkoo Fayyaa Hammeessun Himame

Naannoo Oromiyaatti bakkoota adda addaatti walitti-bu’insa uumamaa jiru irraa kan ka’e weerara dhukkubootaa, qaqqabinsa tajaajila fayyaa fi ittisaa fi to’annaa hanqina nyaataa gama ilaaluun carraaqqii taasisamu daran danqamaa jira jechuun dhaabanni Mootumoota Gmtoomanii, UNOCHA’n ibsee jira. Jiraattonni godinaalee rakkoon nageenyaa itti cime keessa jiran kanneen Sagalee Ameerikaaf yaada isaanii kennanis sababa dhaabbileen fayyaa manca'aniif tajaajila fayyaa gahaa argachaa hin jiru jechuun himatan. Hogganaan Biiroo fayyaa Oromiyaa Dr.Mangistuu Baqqalaa bakkeewwaan rakkoon nageenyaa jirannitti dhaabbileen fayyaa hedduun akka miidhaman dubbatu.

Forum

XS
SM
MD
LG