Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Yeroo Dhihootti Afrikaa Kibbaatti Geggeessamurratti Waldorgommiitu Mul’achuuf Jira, Jedhama


Filannoo Yeroo Dhihootti Afrikaa Kibbaatti Geggeessamurratti Waldorgommiitu Mul’achuuf Jira, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:30 0:00

Barri kun Afriikaa Kibbaaf bara baay’e barbaachisaa dha. Waggaa 30ffaa biyyattiin toora dimokraasii itti qabatte waan ta’eef utuu hin ta’in, waggaa filannoonis itti geggeeffamuuf jiru ta’eef jecha. Filannoon waliigalaa Ebla 29 Afrikaa Kibbaa keessatti geggeessama. Taajjabdoonni filannoo dorgommii cimaan itti mul’atu akka ta’uuf jiru tilmaamanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG