Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baatuu fi Maqiitti Hidhattootaa fi Humnoota Mootummaa Jidduutti Loolli Geggeessama Jira, Jedhu Jiraattonni


Baatuu fi Maqiitti Hidhattootaa fi Humnoota Mootummaa Jidduutti Loolli Geggeessama Jira, Jedhu Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:07 0:00

Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuu fi Maqiitti walitti bu’iinsi hidhattoota WBO ta’uun himamee fi humnoota mootummaa jidduutti itti fufuu jiraattonni magaalota kanaa VOA’f himaniiru. Jiraataan Magaalaa Baatuu waa’ee lola kanaa ennaa ibsu, “walitti dhukaasi wixata halkan haga barii kibxataatti geggeessamaa ture,” jedhanii ammallee sochii magaalatti danquu himanii jiran. Gama biraatiin Walitti dhukaasa magaala Maqiitti wixata halkan mudate jedhameen qabeenyi baduu fi namootni afur butamuu dubbatu, jiraattonni. Dhimma kanarratti angawoo

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

KFOn Miseensa Koree Giddugaleessaa Dabalatee Miseensonni Isaa Hedduun Hidhamuu Himate
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG