Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kurna Hedduuf Fooya’iinsa Kan Argamsiise Fayyaan Wal Hormaata Duubatootaa Duubatti Deebi’uun Gabaasame


Kurna Hedduuf Fooya’iinsa Kan Argamsiise Fayyaan Wal Hormaata Duubatootaa Duubatti Deebi’uun Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:10 0:00

Fayyaan dubartootaa kan ulfaa fi da'uumsa waliin wal qabatee guddiinna agarsisee ture irraa duubatti sigiigaataa akka jiru gabaasnii haaraa jaarmayaa Tokkummaa Mootummootaa population Fund jedhamuu torban kan ibsee jira. Gama kaaniin as Yunaaytid Isteetis keessatti lakkoobsa namoota dawaa hedduminaan fudhachuun lubbuun isaanii dabruu ittisuuf white House karoora haaraa baasee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG