Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoolleen Durbaa Dhibbootaan Lakkaawamn Waggoota Kudhan Dura Naayijeriyaa Keessatti Butamanii Fudhataman Keessa 82 Ammallee Hin Deebisamne


Ijoolleen Durbaa Dhibbootaan Lakkaawamn Waggoota Kudhan Dura Naayijeriyaa Keessatti Butamanii Fudhataman Keessa 82 Ammallee Hin Deebisamne
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Waggaa kudhan dura ijoolleen durbaa dhibbaan laka’aman Naayijeeriyaa gama kaabaa keessaa garee Bookoo Haraamiin ukkaamsamanii butaman. Hedduun miliqaniiru yokaan marii mootummaageggee fi buttoota gidduutti geggeessameen gad dhiisamaniiru. Garuu carraan ijoollee durbaa 82 kanneen garee kanaan iggitamanii jiranii garee yeroo tokko iijoollee kanaaf falme deebi’ee akka itti fufu taasisaa jira.

Sochiin Garee “Bring Back Our Girls” jedhamuu erga ijoolleen kun bara 2014 keessa butamanii qabee qalbii addunyaa hawatee ture. Garuu ammallee butamanii irra deddeebiin Naayjeeriaa keessatti raawwatamuun qabsaa’ota kana yaaddessee jira. Gabaasa Timothy Obiezu Abuja irraa ergame Tujubetu dhiyeessa

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG