Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Maraatoonii Landan’rratti Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraanis Dubaranis Lammaffaa Bahuun Xumuran


Dorgommii Maraatoonii Landan’rratti Atileetonni Itiyoophiyaa Dhiiraanis Dubaranis Lammaffaa Bahuun Xumuran
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00

Dorgommii Maraatoonii Landan Dilbata kaleessa dorgomameen atileetotni Itoophiyaa baay’inaan irratti hirmaataniruu. Qanannissaa Baqqalaa fi Tiigist Assaffaa sadarkaa 2ffaa bahuun xumuraniruu. Maraatoonii Landan 44ffaa Ingilaanditti gaggeeffameen fiigicha dhiiraan Qanannisaa Baqaalaa 2ffaa yoo bahuu, Tigist Assaffaas dubartootaan sadarkaa 2ffaa qabattee jirti. Eebbissaa Naggassaa London irraa gabaassa dabalataa qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG