Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Addaa Bulchiisa Saba Oromoo Ka Naannoo Amaaraarraa  Namoonni Baatii 3 Dura Butaman Ammas Achiibuuteen Isaanii Hin Beekamne Jedhame


Godinaa Addaa Bulchiisa Saba Oromoo Ka Naannoo Amaaraarraa  Namoonni Baatii 3 Dura Butaman Ammas Achiibuuteen Isaanii Hin Beekamne Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:50 0:00

Ittigafataama Waajjira Qonnaa godina addaa Bulchiinsa Saba Oromoo fi waahillan isaa sadii kan baatii sadii dura humnoota Faannootiin butaman hanga ammaatti essaa akka jiran dhabneerra jechuun maatin isaanii yaaddoo keessa jiraachuu sagalee Ameerikaaf himaniiru. Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaatti hogganaan damee Baahirdar obbo Allabbaachoo Biraanuu waa’ee namoota ukkaamsamanii odeeffannoo argachuu isaanii ibsanii hordoffiin eegaluu isaa Sagalee Ameerikaatti himaniiru. Tsahaay Daamxoo, Finfinneerraa dabalata qabdi.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG