Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatni Maallaqa Addunyaa yokaan IMF Maaliif Akka Itiyoophiyaan Sharafa Maallaqa Ishee Gad Buuftu Gaafate?


Dhaabbatni Maallaqa Addunyaa yokaan IMF Maaliif Akka Itiyoophiyaan Sharafa Maallaqa Ishee Gad Buuftu Gaafate?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:02 0:00

Eega yeroo dhihootii asii Motummaa Itoophiyaa fi Dhaabbata Maallaqa Addunyaa gidduutti dhimma liqaa irratti mariin geggeessamaa jira. Sabaa himaleen hagi tokko akka gabaasanitti IMF Itoophiyaa dabalatee biyyoota tokko tokkoo waliin maree gaggeessuun sharafa mallaqa isaanii akka gad cabsan gaafachuu isaa tu himama. Biyyoonni gatii sharafa maallqa isaanii gad-buusuun kan “Devaluation” jedhamu bu’aa fi daafoo inni qabu irratti Nugusuu Taammiree ka biyya Kaanaadaa jiru, Yunivarsitii Waterluurraa ogeessa dinagee fi barsiisaa barnoota dinagdee misoomaa Dr. Tafarii Margoo dubbisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG