Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Yunaayitid Isteetis Keessatti Hirriirri Mormii Deggertoota Falasxiin Akka Ammaatti Yoo Itti Fufe Filannoorratti Dhiibbaa Qabaachuu Mala’


‘Yunaayitid Isteetis Keessatti Hirriirri Mormii Deggertoota Falasxiin Akka Ammaatti Yoo Itti Fufe Filannoorratti Dhiibbaa Qabaachuu Mala’
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:13 0:00

Mooraa Yuunivarsiitiiwwanii keessatti buufanni barattoonni mormiif ijaarrattan hedduun isaa diigamus Yuunaayitid Isteetis keessatti hiriirtonni deeggarsa Falasxiin bakkawwan isaanii akkuma qabatanitti jiru. Akka xinxaaltoonni tokko tokko jedhanitt hiriirri akkanaa deggersa falaxiinotaa kun haala kanaan yoo itti fufe Filannoo pireezidaantummaa bara 2024 irratti dhiibbaa fiduu mala. Gabaasa Veroonikaa Balderaas Igileesiyaas Sagalee Ameerikaaf erge Mitikkuu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG