Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maaraatoonnii Praag’rratti Atileet Badhaatuu Hirphasaa fi Atileet Lammii Biraanuu Ka Dubartootaa fi Ka Dhiiraa Injifatan


Maaraatoonnii Praag’rratti Atileet Badhaatuu Hirphasaa fi Atileet Lammii Biraanuu Ka Dubartootaa fi Ka Dhiiraa Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:58 0:00

Dorgommii Maaraatoonii Praag tibbana Cheek Rippabiliikatti taasifameen atileetotni Itoophiyaa olaantummaa agarsiisaniiru. Badhaatuu Hirphaa dorgommii dubartootaatiin yommuu galmeessistuu dhiraan immo atileet Lami Berhanu mo’ateeraa.

Gama biraatiin Piriimiyerliigii Ingiliiz tapha torbe 36ffaa irratti gareen lamaan bara kana shaampiyoonaa ta'uuf wal dorgomaa jiran Arsenaal fi Maanchistar Siitii moo’atanii jiru. Eebbissaa Naggassaa gabaassa dabalataa qaba

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG