Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Filannoon Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Geggeessamuuf Baatiin Jaha Hafetti Duula Filannoo Keessatti Maal Maaltu Mul’ataa Jira?


Yeroo Filannoon Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Geggeessamuuf Baatiin Jaha Hafetti Duula Filannoo Keessatti Maal Maaltu Mul’ataa Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:32 0:00

Filannoon pirezidaantii Yunaaytid Isteetis Joo Baayiden fi Doonaald Tiraamp irratti wal dorgoman taasifamuuf ji’a jahatu hafe. Gabaasaan Sagalee Amerikaa Iskoot Isternis guyyaa filannoo dursee duula filannoof taasiffamu keessa maaltu akka jiru ilaalchisee gabaasa qopheessee Jaallanne Gammada tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG