Ejeenisii Sab-quunnamtii Naannoo Ummata Hararii keessatti guulaalaa sagantaa bashannannaa ka ta’e, Gaazexeessaa Muheyidin Abdullahii, guyyoota sadeet dura bakka hojii isaa irraa poolisin qabamee to’annaa jala oolfamuu haati warraa isaa gaazexeesituu Helan Jamaal guyyaa harraa VOA ti himteetti.
Itti Aanaa Komishinarri Polisi naannichaa Umar Aammee, Muheyidin karaa fuula Feesbuukii isaa barreeffamni maxxanse to’annaa jala ooluu isaatif sababa ta’uu dubbatanii, gabaasa guutuu caqasaa.