Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexeessaa Soolan Badhaasa Roriyi Pek Moohe


Gaazexeessaa Soolan Badhaasa Roriyi Pek Moohe
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:02 0:00

Gaazexeessaa Solaan Gammachuu Kollii hojji isaa walitti bu’iiunsa naannoo Tigraay keessattin badhaasa Roriyi Pek jedhamu gaazexeessota friilaansarii ta’aniif kennamu mohe.

Kibxata, Sadaasa 16, 2021 sirna badhaasaa magaala Landan irratti geggeeffame karaa viidiootiin Finfinnee irraa kan irratti hirmaate gaazexeessaa Soolan, baadhaasichi hiika addaa akka isaaf qabu hime.

Solaan maatii ogummaa gaazexeessummaa aadeffate keessaa bahe. Oboleessi isa angafti, Kumarraa Gammachuu, akkuma Soolaan gaazexeessaa viidiyoo yeroo ta’u amma dhaabbata oduu Rooyersi keessa hojjata. Angafti isaan lamaanii, gaazexeessaa Zalaalam Gammachuu immoo Sagalee Ameerikaaf hojjachaa ture.

Dhabbanni gaazexeessota miidiyaa adda addaaf hojii dhiheessan, firiilaansar, jedhaman qarqaarundhan beekkamu Roriyi Peek, oggoota 25 dura hundeeffame.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG