Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Dargaggootaa Addunyaa fi Xiyyeeffannoo Baranaa


Guyyaan dargaggoota barana, “Dandeettii waa-uumuu dargagootaatti fayyadamuudhan nyaataa fayyaaf gaarii ta’an oomishuun fayyaa namaa, akkasumas an biqiltuuleef fayidaa qabeessa” mata dure jedhu jalatti Hagayya 12 qophaahe. Guyyaan kun Tokkummaa Mootumootaatiin dhimmoota dargaggootaa laallatan irratti hubannoo uumuuf bara 2000 yaadatamuu jalqabe. Xiyyeeffannaa qophii Labataa torban kanaati, caqasaa.

Guyyaa Dargaggootaa Addunyaa fi Xiyyeeffannoo Baranaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:29 0:00


XS
SM
MD
LG