Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaan Dubartootaa Idil-addunyaa Har’a Itiyoophiyaa Keessatti Marsaa 46ffaaf Ayyaaneffame 

Har’a guutummaa Addunyaa irratti waggaa 111ffaaf kan ayyaaneffame, Guyyaan Dubartootaa, Itiyoophiyaatti marsaa 46ffaaf ayyaaneffamee oole.

“Dubartoonni aadaa nu galcha, ni dandeenya jedhanii gaafachuu cimsachuu qaban,” jedhan, dubartoonni toora oguma hojii adda addaatti bobba’anii jairan, kan VOAn dubbise.

Guutummaa isaa caqasaa.

Guyyaan Dubartootaa Idil-addunyaa Har’a Itiyoophiyaa Keessatti Marsaa 46ffaaf Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:04 0:00

XS
SM
MD
LG