Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojiin Mootummaa Uummataaf Ifaa Ta’uu Qaba Jedha Heerri Itiyoophiyaa


Dhukkabsachuu mummicha ministeera Itiyoophiyaa Mallas Zenaawii kan ilaaleen odeefannoo ga’aan mootummaa biraa hin kennamin hafuun marsaalee internetti addaa addaa yaada adda addaa akka calaqqisan karaa saaqee jira kanneen jedhan dhaga’amaa jiran.

Gama kaaniin immoo odeeffannoon kennamu of eegannaan ta’uu baannaan nageenya biyyaa sodaa irra buusuu mala kanneen jedhanis ni jiran.

Heerri Itiyoophiyaan ittiin bulaa jirtu garuu hojii mootummaan gaggeessu uummataaf ifa ta’ee akka qabu lafa kaa’ee jira.

Dhimmootii kanaa fi kanneen biroo ilaalchisee maree gaggeeffame MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG