Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootii Kumsaa Morodaa fi Qooda Gaggaarii Isaan Guddinaaf Wallaggaaf Gumaachan


Mana Mootii Kumsaa Moroddaa
Mana Mootii Kumsaa Moroddaa

Mootii Kumsaa Moroddaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:26 0:00

Afaan Oromoon akka barsiifamuu fi barnootni ammayyaa Wallaggatti akka eegalamu, sochiin daldalaa fi hojiin ogummaa adda addaa akka Naqamteetti babal'atu, Kumsaa Morodaa qooda guddaa gumaachan jedhu Hayyuun Seenaa fi Aaadaa Obbo Charinnat Waaqwayyaa. Seenaa maatii akaakkayyuu fi abbaa mootichaallee ibsanii jiran. Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG