Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormii Deeggartoota Prez. Traamp

Roobii kaleessaa deggartoonni pirezdaant Doonaald Traamp gamoo Mana Maree Yunaaytid Isteets, Kaapitool Hiil, sa’aatilee muraasaf dhuunfatanii turaan.
Boodarra humnoonni nageenyaa dabalataa dhaqabanii haala tasgabeessuu danda’aniiru.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG