Xurree ittiin seenan

Breaking News

Olompikii Tookiyoo - Milkaahina Amma Ammaa fi Qophii Jiru


Salamoon Tufaa
Salamoon Tufaa

Gareen Atileetota Itoophiyaa ji’oottan sadeet darbaniif qophii gochaa ture Jimaata harraa dorgommii godhame irratti milkii galmeessuu qabeera.

Hoggantootaa fi ogeessota atileetota wajjin gara Jaapan imalan keessaa an tanaan dura Olompikii irratti Meedaaliyaa Warqii lama galmeessite, Pirezdaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaati, Atileet Daraartuu Tulluu, qophii jiru maal fakkaata jechuuf Kamisa Kaleessaa bilbilaan hasoofsiisera.

Karaa biraatiin ispoortii tanaan dura Itoophiyaan olompikiirratti ittin hirmaattee in beekneen yeroo duraatii calallii darbuudhan seenaa an hojjate dargaggoo Salamoon Tufa ti. Woorlid Tekwaandoodhan atileetota hirmaata 16 keessaa torbaffaa bahuudhan diiplomaa argateera. Salamoon Kamisa kaleessaa akka biyya gaheen bilbilaan Finfinnee irraa dubbisne.

Qophii guutuu dhaggeeffadhaa.

Olompikii Tookiyoo - Milkaahina Amma Ammaa fi Qophii Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:05 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG