Xurree ittiin seenan

Gamtaan Madreek Ibsa Baase

  • Mallaskaachoo Ammahaa

File

File

Hiriira mormii barattonnii fi uummanni Oromiyaa keessatti gaggeessaa jiran irratti tarkaanfii mootummaan Itiyoophiyaa fudhate seeraan ala ta’uu gamtaan Medreek kan ibse yoo ta’u kanneen ajjechaa fi midhaa adda addaa geesisan seera duratti akka dhiyaataniif gaafatee jira.

Qonnaan bultoonni ituu irratti walii hin galiin akkasumas hirphii ga’aan ituu hin kennaminiif godaansisfamuu hin qaban kan jedhu ibsi kun misoomni gaggeeffamus bu’aa fi mirga qonnaan bulaa fi horsisee bulaa kan kabajsiisu ta’uu qaba jedha. Maatii namnii jalaa ajjefameef gumaan akka baafamuus gaafatamee jira.

XS
SM
MD
LG