Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo hawaasummaa furuuf miidiyaa hawaasummaatti dhimma baana: Masarat Dhaabaa


Bu'ureesituun Dhaabbata Beeksisa Masarat Dhaabaa, Masarat Dhaabaa Kennee, Feesbuukii qofa irratti hordoftoota kuma 149 ol qabdi.
Bu'ureesituun Dhaabbata Beeksisa Masarat Dhaabaa, Masarat Dhaabaa Kennee, Feesbuukii qofa irratti hordoftoota kuma 149 ol qabdi.

Miidiyan hawaasummaa namoota carraa miidiyaalee akka Raadiyoo, TV fi maxxansa irratti dhimma bahuuf carraa in arganne miliyoonan lakkaawwamaniif karaa baneera.

Kaan hiriyoota baafata, kaan taateewwan jireenya akka guyyaa cidaa, guyyaa dhalootaa fi oduu adda addaa hiriyootaaf karuma miidiyaalee hawaasummaa kana hira. Gariin daldala ofii itti beeksifata. Kaan immoo oduu dharaa, haasaha jibbinsaa fi waan hammeenya kara waltajjiiwwan miidiyaa hawaasummaa facaasa.

Qophii harraa keessatti artiistonni Oromoo lama - Artiisti Nuhoo Gobanaa fi Artiiisti Zarihuun Wadaajoo - yeroo dhukkubsatanii jiranitti gaaree tumsa barbaaddame guuruf, namoota odeeffannoo dhaqabsiisuuf feesbuukii fayyadamuudhan milkaahe keessaa Gaazexeessituu fi bu’ureessituu dhaabbata beeksisaa Masarat Dhaaabaa dubbisne.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Rakkoo hawaasummaa furuuf miidiyaa hawaasummaatti dhimma baana: Masarat Dhaabaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:12 0:00


XS
SM
MD
LG