Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri De’eetaa Ministirii Nagaa Duraanii Taayee Danda’aa Si’a Lammataaf Kamisa Har’aa Mana-murtiitti Dhihaatan


Ministarri De’eetaa Ministirii Nagaa Duraanii Taayee Danda’aa Si’a Lammataaf Kamisa Har’aa Mana-murtiitt Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Mudde darbee kaasee kan to’annaa poolisii Federaalaa jela jiran De’eetaan Ministera Nagaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aa harra mana murtiif dhiyaatanii jiran. Dookter Tokkummaa Dhaabaa, Abukaatoon Obbo Taayyee VOA’f ibsa kennaniin yeroo Obbo Taayyeen har’a dhaddachaa Mana Murtii Federaalaa Lidetaatti dhihaatan Abbaan Alangaas himatni inni Obbo Taayyeerratti dhiheessan kan duraan miidiyaadhaan himamaa ture irraa adda tahuu dubbatan. Obbo Taayyeedhaaf akka mirgi Abukaatoo fi firoota isaanii arguu kabajamuuf gaafatanii kan eyyamameef tahuullee dubbatan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG